Galaanaa Gaaromsaa: Amala Kee * Oromo Music 2016 New * By Raya Studio

Oromo Music 2016 New

Comments

seenaa Baaa says:

nice music

Meskerem Bedho says:

Wow Namati tola

Jemal Mohammed says:

Ijji hamtuun si hin argin!. Guddadhu, ollati lammii koo!. hojii gaarii dha, baay'ee namatti tola……!!

Sebbona Metaka (yomiyu metaka) says:

"manni keenya gaara gooroo,inni amma qaallittidhaa,iyyaafachaa natti koottuu,fuulleen gamaa qiliintoodha,kotte duudn yaate keessa laga harree/har dur loontu dheedaa,baraan wareega laannaa hadiyyoomte qe'eenii" kan jedhu hubannaa kootii.kunoo akkas GALOO KEENYA.

Kameya Aman says:

Baraan wargsa laanna nutu baran warega laanna hadiyyomte qa'een teenna

Achilles OB says:

bayee namati tola sabbonnaa oromoo

Wondi Haso says:

bayyeen si jaaladha kkkkkkkkkkkkkkk

Gelanee Chelkeba says:

Wwwwooo wwwwooo wwwwooo baayee galatomi baayee tokko baredaa

tommy koo12 says:

wow baayee bareedaa

Tufa Adem says:

great! keep up!

Tesfu Tuji says:

I like this music

Muhammed Haji says:

dur manni keenna asii gamoo itti ijaaratani

Bareentoo oromoo says:

baayee gaarii yaa sanyii koo umrii nuuf dheeradha raabiin bilisummaa nuuf haa fidu

Lelisa Gudisa says:

baayeen sijaaladdha sabbonaa koo naf jiraadhu!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!

Oromodiscover kiya says:

what I love the most is keeping the tradition with out mixing. keep up with good work

nigist birhanu says:

wwwooo baay'ee namati tolee uuufff sagalee kee

Melkamu Girma says:

baayyee bareeda

Feenet Bekele says:

Woow galaanaa koo safuu ergaa sirbbii kee of keessa qabu… hundaafu galani kee billisumaa haa ''beljigii bitee tolani qawee bituu gafa roroo….. Akkasi leencaa keenya

Comments are disabled for this post.