Kadir Martuu – Dinnee Oromo music

Revolutionary song. Follow Kadir Martuu on Facebook from more of his music…

Comments

Zamzam Kadir says:

Jiradhu lencaa oromo
Ijaa hamtu siraa haa qabu.
Saboona oromo jiradhu firin
Kee kumaa kumaa haa tatu.
hamtu dinaa sii hin argin.

mustefa bunani says:

Baayeee sii jaalanna Kadir

Mohaammed Muktaar says:

Masha Allah goota akkana rabbii nuf haa dhiisuu . Gootatu goota farsaa 

Halima Huseen says:

Mee silaa bataa kasetaa kanaa mee takatii Akaa namini hundii Du.aa si hagutii basii mee Ani sifi silimanaa sifi Qapesaa

Halima Huseen says:

Mashaallhaa Mashaallhaa Kadiyyee Yani kee heduu namaa Gamachisaa jabadhuu

Dejen Mechi says:

kabaajama jaalattama artistii keenya ammas boruus bay,ee sii jaal,ana nuuf jiradhaa!!!!one day oromo shall be free!!!!!

FinfinneeTube FT says:

New Oromo revolutionary song: Gabrummaa didnee du'aa filannee jedhan dargaggooni …… Baaro Tumsa fafakkaatanii…Nadhii Gammadaa fakkaatanii…Ilfinesh faffakkaatani..Aslii Oromoo bar fakkiin isaani…

Comments are disabled for this post.