Lense Lemessa – Simalee (Official Video 2015)

The best in new Oromo music. Classy video from a beautiful women with an equally beautiful voice.

Comments

bare geme says:

akkamii baareda wow

Tuuttoo Tuutaa says:

Oromo artists are beginning to put out a world class music clips and tracks….what an achievement!!!  Warri ummata Oromo addunyaatti gadi baasuuf qabsaawan marti galata qaban!! Ni turra malee ni urra!!

Jannet Jannet says:

Woooow baayee namati tola jabaadhu sabbontu kenyaa!!

Abdi Fekadu says:

wow i like it

Munira Abbadidu says:

Amazing video waw

alex kebede says:

wow  , i  have  no  words  to  express u  and  so  good  songs   with  better  performance   in  like  it so much   and   also  i hope  you will do the  better  project  on  music consert to  develop  afaan oromoo  fi  aadaa  keeenya.  horii  bulii gadaan  quufaa gabbinaa jabaadhuu nagaattii

Faisal Ibro says:

simply woow

temesgen taressa says:

sirba lallaafaa baay'ee namatti tola Leensee jabadhu

Anwar R says:

What a beauty! What a voice!

Lense, seenaan kee seenaa qabsoo Oromoo ti. Wareegama abbaan kee gootichi keenya bilisummaa teenyaaf godhe, ati waa lafattin dhiifne.

Galatoomi!

yusuf kobboo says:

Lenseeeeeeeeeeeeeeeeeeeee heduu sijalana jabaadhu jajabaadhu

Yuniemojangswahciketik Swahciletik says:

Baredu tenya sirbi kee heddu namati tolaa jabadhu

Matschaaraa Raamasses says:

Beautiful and inspiring!!!

Gaffar Awad says:

Leeeensee Lammeessaa baayyee cimtuu fktaa jabaadhu.
Gammadoo mucaa biyya kootii hojiin kee hundi ashaboo qabaa jabaadhuu itti fufii!!

Gaffar Awad says:

Leeeensee Lammeessaa baayyee cimtuu fktaa jabaadhu.
Gammadoo mucaa biyya kootii hojiin kee hundi ashaboo qabaa jabaadhuu itti fufii!!

Gaffar Awad says:

Hayyee hojjatoota sagalee sirba afaan kiyyaa baayyeen isin jaaladha!!
Dhugaa dubbachuudhaf sirni ammaa kun ykn hojiin tun ta durirraa wn adda baate fkti.kunis haala sagalee hunda qabdi jechuun sagalee funyee,laagee,hidhii ,irgee fi hargansuu irratti gaaridha! Ammas ciminaan hojjachuun ufii keessanifis aartii keenyafis bu'aa qaba.

Comments are disabled for this post.