Shukri Jamal: Ee Magan! Oromo music 2016 New

Oromo Music 2016

Comments

Alfeiya Kuwit says:

shukii keenaa jabadhuu saboonaa balee l love you balee Roobee

Aysha Al-mk says:

wow sabboonaa umrii nuu dheeradhu

Hingaabbuu Berhanu says:

Shukuriiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiii keenyaa umuriin kee amma illee nuuf haa dheeratu. Garaa keenya qabbaneessite.

nanaati mohamed says:

Akkana saboona ilmaa baalee garaa nama geete jabaadhuu ittii fufii

Huseen Muhammad says:

wawoo shukrii bayee namati tolla

hawwi margga says:

waaaaawwww B B B B namatti tolaa jiraadhuu shukuri

Najash Najash says:

akkana shukri qacalee ilma oromo baalee si jaallanna

bahra baalee

‫عبدللحؤد حملا‬‎ says:

baredadha itti fuffi

Rahmadani Dani says:

dhugaa jette wellisa kenya umrii dheeradhu

Rahmadani Dani says:

jabaadhu baay'ee namatti tola muziqaan ke hundii isaatu

jabadhaa bareedaa j iritaanii!! Mkm says:

wwwwwwwwwww jabadhuu laammiiii koooo

Abune kedir says:

shukuri keenya baay'ee galatoom fayyaa ta'i

Maliya Kadir says:

yaa hababoo tiyaa kun duraa buxxullaa turee jabadhuu sanyi ufi

Abdii jiimaa jimmaa says:

shukii koo jabadhuu
hawiin kenyaa bilisumaaadhaa

Oromiya koo says:

Amazing singer of all.sewedew eko

wara sheka korjo says:

akkasitti maqaa nutti godhi shanyii koo ijoollee aabbiyyoo

Abdul Hakim says:

sirba kanaan Buxxuulaa ture.Ijollummaa koo nayadachifte shukrii.U reminded me the sweet life I used to passed in bro.This Buxula was very interesting and nice.I wish I could ones again sing like early childhood.Jabaadhuu shukrii Aadaan oromoo fi Artiin keenya akka hindagatamne

Abdul Hakim says:

sirba kanaan Buxxuulaa ture.Ijollummaa koo nayadachifte shukrii.U reminded me the sweet life I used to passed in bro.This Buxula was very interesting and nice.I wish I could ones again sing like early childhood.Jabaadhuu shukrii Aadaan oromoo fi Artiin keenya akka hindagatamne

tadu muluneh says:

so amazing bro keep doing the same …collllllll

Comments are disabled for this post.